Quantcast
Channel:
Viewing all 321 articles
Browse latest View live

Jonaddii Saadoo Ummata Oromoo Dhiifama Gaafate

$
0
0
(Oromedia, 9 Bitootessa 2016) Ob Junaddii Saaddoo badii kanaan dura ummata Oromoo irratti dalageef dhiifama gaafate. Barruu dheeraa maqaa Junaddii Saaddoo Cirrii jedhuun Bitootessa 5 bara 2016 irraa eegalee marsaalee walqunnamtii addaddaa irratti facaafameen Ob Junaddiin bara aangoo irra turetti... Continue Reading →

QABSOON ITTI FUFA; SABABNI ISAAS:

$
0
0
Ajaja mootummaatiin warroonni lubbuu akka baatu ajajaniif kan baasan,lubbu balleesitoonni seeratti hanga hin dhiyaatinitti. Hidhatoota mootummaatiin ukkuumsamanii lammiiwwan dhabaman eessa akka jiran hanga hin beekamneetti fi hanga gadi hin lakkifaminneeti. Badii tokkon maleetti ummanni hidhaman yaadoo tokko malee hanga gadi... Continue Reading →

‹‹ኦሮሞ ጀግና ነው!››

$
0
0
ዓናንያ ሶሪ ‹‹ኦሮሞ ጀግና ነው!›› ማለት፡- እንደ ሕዝብ መገለጫው የሆነውን ገዢ ባህርይ መናገርና ማወጅ ነው፡፡ ለዘመናት በብዙ ፈተናና ዕድሎች ውስጥ ያለፈው ይህ ትልቅ ሕዝብ የገድሉን ያህልም ያልተነገረለት ነው፡፡ ዛሬ በዚህ ጽሁፍ፡- በግሌ ለዓመታት ከነበሩኝ ዕይታዎችና አስተውሎቶች ተነስቼ ይህን ድንቅ ሕዝብ... Continue Reading →

Angry protesters stoned Gambella President car

$
0
0
(Oromedia, 23 April 2016) Gambella city residents staged a spontaneous demonstration after a refugee mob maimed and killed several Ethiopians. A mob of South Sudanese refugees, mostly from Nuer tribe, attacked Ethiopian laborers on Thursday. The refugee’s mob was triggered... Continue Reading →

Korri Tokkummaa Caffee Gadaa Oromoo murtiilee dabarsuun xumurame

$
0
0
(Oromedia, Finfinnee, 25 Ebla 2016) Korri Tokkummaa Caffee Gadaa Oromoo kan marsaa 3ffaa, ji’a 6ffaa guyyoota 3f(Jimaata, Sanbataa fi Dilbata) Jiddu Gala Aada Oromoo magaalaa Finfinneetti gaggeffamaa ture xumurame. Korichi raawwiiwwan hojii baatiiwwan jahaan darbanii qoratee, dhimmoota akka hanqinaatti turanis fooyyessuuf furmaata... Continue Reading →

Manni Murtii Wayyaanee Pireezdaantii naannoo Gaambeellaa Hidhaan adabe.

$
0
0
(Oromedia, Finfinnee, 28 Ebla 2016) Manni Murtii Federaala Wayyaanee Pirezdaantii naannoo Gaambeellaa duraanii Okeelloo Ookwaay dabalatee namoota 7 hidhaa cimaa waaggaa 9n adabe. Himaticha ilaalee murtii kana kan dabarse Manni Murtii Olaanaa Feederaalaa Dhaddachi yakkaa 19ffaa ti. Himatamtoonni galmee kana jalatti... Continue Reading →

Siidaan Yaadannoo Artisti Admaasuu Biraanuu Eebbifame.

$
0
0
(Oromedia, Finfinnee, 16 Caamsaa 2016) Siidaan yaadannoo artisti Admaasuu Biraanuu magaalaa Finfinneem Bataskaana Sillaaseetti  ijaarame Caamsaa 15 eebbifame. Siidaa Artiisti Admaasuu Biraanuu/Abbaa Lataa kun yeroo kaleessa Finfinnee Bataskaana Sillaaseetti eebbifame,  jallatatootni fI artiistootni Oromoo hedduun argamanii gumee ilillii siidicha jala kaayaniiru. Kana... Continue Reading →

Qondaalli Tikaa Wayyaanee Adabbii Hidhaa fi Maallaqaan Adabame.

$
0
0
(Oromedia, Finfinnee, 18 Caamsaa 2016) Qondaala tika biyya keessaa mootummaa Wayyaanee Ob Waldasillaasee Walda Amaanu’eel hidhaa waggaa kudhanii fi adabbii maallaqaa kuma shantamaan adabame. Manni Murtii Federaalaa Wayyaanee dhaddachi 15ffaa adabbii kana kan murteesse yakka malaanmaltummaa qondaaltichi ittiin himatame ragaan... Continue Reading →

Aayyoo FOOLII GORBAA (1915-2016) Waggaa 101tti boqotan.

$
0
0
#Oromedia-(24.05.2016, #Finfinnee, Oromia) Aayyoo FOOLII GORBAA (1915-2016) waggaa 101tti, Caamsaa 23 bara 2016 boqotan. Harmeen goota Oromoo Kolonel Hayluu Raggaasaa, Aayyoo Fooliin, nama bara jireenya isaanii keessatti sababa Oromoo ta’aniif miidhaan irra gahaa turee dha. Kanaan dura  gaaffii fi deebii... Continue Reading →

የከፍተኛ ትምህርት መግቢያ ፈተና መቋረጡን የትምህርት ሚኒስቴር ገለጸ።

$
0
0
(ኦሮሚድያ፣ ግንቦት 30 ፣ 2016) ከዛሬ ጀምሮ እስከ ሃሙስ ሊሰጥ የነበረው የ12ኛ ክፍል ፈተና እስካሁን ኮድ 12 የእንግሊዝኛ ፈተና መውጣቱ በመረጋገጡ ነው እንዲቋረጥ የተደረገው ብሏል። ትምህርት ሚኒስቴር መረጃውን እንደማንኛውም ሰው ከኢንተርኔት ላይ ማግኘቱን የገለፁት የትምህርት ሚኒስትሩ አቶ ሽፈራው ሽጉጤ፥ የወጣውን ፈተና... Continue Reading →

Qorumsi Seensa Barnoota Olaanoo Haqame

$
0
0
(Oromedia, Finfinnee, Caamsaa 30, 2016) Qorumsi Barnoota Olaanoo ittiin seenan haqamuu isaa Ministeerri Barnootaa ibse. Har’aa jalqabee hanga Kamisaatti kennamuuf kan ture qorumsi kutaa 12ffaa kun kan haqame qorumsi Afaan Ingiliffaa Koodii 12 ba’uusaan waan mirkanaa’eef akka ta’e miniteerichi beeksiseera. Ministeerri... Continue Reading →

Miseensota OPDO Lama Hidhaman

$
0
0
(Oromedia, Finfinnee, 10 Wxabajjii 2016) Miseensoti OPDO lama sababa malaanmaltummaatiin hidhaman; hidhamuun OPDO lamaanii kun garuu siyaasatti hidhata akka qabu himamaa jira. Gabaasaan Oromedia Finfinnee irraa akka gabaasetti hidhattooti Tigiraay Waxabajjii 9 bara 2016 sadarkaa itti aanaa pireezdaantiin itti gaafatamaa Biiroo Qonna Oromiyaa ta’uun tajaajilaa kan ture obbo Zalaalam Jamaanaa qabata malaammaltummaan to’annoo jala oolcheera. Haga guyyaa hidhameettis to’annaa fi hordoffii humnoota tikaa jala akka …

Itiyoophiyaa: Tarkaanfiin humnaa mormii ukkaamsuf fudhatame namoota dhibbaatamaan lakkaawwaman ajjeesise

$
0
0
Daarkiteerri dhaabbata mirga namaa hordofu, Hiyumaan Raayit Wochii kan taate Lesilee Lafkaw akka dubbattetti “humnoonni nageenyaa Itiyoophiyaa, lubbuu namaaf tufii guddaa argisiisun, baratoota, qonnaan bultoota fi mormitoota nagayaa irratti dhukaasun ajjeesanii jiru.Mootummaan hatattamaan namoota badii tokko malee hidhaman gadi yaa dhiisu, miidha gahe ilaalchisee qorannoo bilisaafi amanamaa ta’e yaa dhiheesu, humnoota nageenyaa tarkaanfii kana fudhatan seeratti yaa dhiheesu. Source: Itiyoophiyaa: Tarkaanfiin humnaa mormii ukkaamsuf fudhatame …

ኦሮሚያን ከፌዴሬሽኑ ለመገንጠል በህቡዕ በሚንቀሳቀስ አዲስ ድርጅት ውስጥ በመሳተፍ የተጠረጠሩ ተከሰሱ

$
0
0
27 Jul, 2016 By ታምሩ ጽጌ የኢትዮጵያን አንድነት የማፈራረስና ኦሮሚያን ከፌዴሬሽኑ የመገንጠል ዓላማ ይዞ በህቡዕ ሲንቀሳቀስ እንደነበር በተገለጸው የኦሮሞ አንድነት ግንባር (ዩኤልኤፍኦ) በሚል ስያሜ አዲስ በተቋቋመ ድርጅት፣ የሽብር ወንጀል ለመፈጸም አባል በመሆን ሲንቀሳቀሱ ተደርሶባቸዋል የተባሉ 17 ተጠርጣሪዎች ላይ ክስ ተመሠረተባቸው፡፡ የፌዴራል ዓቃቤ ሕግ ማክሰኞ ሐምሌ 19 ቀን 2008 ዓ.ም. ለፌዴራል ከፍተኛ ፍርድ ቤት 19ኛ ወንጀል ችሎት በተጠርጣሪዎቹ ላይ ያቀረበው ክስ እንደሚያስረዳው፣ አዲስ የተቋቋመው የኦሮሞ አንድነት …

የገዳ አስተዳደር ዘጋቢ ፊልም


BARA DUUTI OROMOOOF DHIYAANA GUYYUU TAHE

$
0
0
                                                     Taammanaa Bitimaa irraa Kunoo, erga Fincilli Diddaa Gabrummaa inni otoo walirraa hin cintin, ji’oota sagal guutuu lakkoofsifate kun amma caalayyuu jabatee itti-fufee jira. Fincilli baranaa kun gaafa 12. 11. 15 magaalaa Oromiyaa Waltajjii keessatti argamu, Giincii irraa ka’uun Oromiyaa guutuu dhuunfatee muldhata. Fincilli kun kaabaa-kibba, bahaa-lixa, mandaroota fi magaalaawwan bira kutuun gandeen Oromiyaa …

Shirri Haaraan Qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti Hojjatamaa Jiraachuu ABOn Saaxile.

$
0
0
(Oromedia, 13 Hagayya 2016) ABO fi QBO irratti shirri haaraa xaxamaa jiraachuu saaxile. Haata’uutii, ABO fi Ummatni Oromoo lammata shira akkasii akka hin keessumeessine ABOn gada jabeessee hubachiiseera. Adda Bilisummaa Oromoo ibsa Hagayya 13 bara 2016 mata duree “Gaaffii fi Galii Siyaasaa Ummata Oromoo Caalaatti Ifa Gochuu” jedhuun baaseen karoorri haaraan qabsoo Oromoo dadhabsiisuuf qopheeffama ajiraachuu ibse. Karoorri kun akak ABOn ibsetti, akkuma London Conference 1991 …

Fayyisaa Leellisaa: Ilma Ummatni Oromoo Itti Boonuu Qabu

$
0
0
(Oromedia, 22 Hagayya 2016) Ummati Oromoo bakka jiranitti gootummaa Fayyisaa Leellisaa sadarkaa addunyaatti dalage akka haaromsan ABOn dhaame. ABOn tarkaanfii boonsaa Gootichi ilma Oromoo atileet Fayyisaa Leellisaa kaleessa Hagayya 21 2016 maaraatoonii olompikii Riotti gaggeeffame irratti fudhate ilaalchisee ibsa baaseen  “Fayyisaa Leellisaa: Ilma Ummatni Oromoo Itti Boonuu Qabu,” jedhe. Itti dabaluunis, seenaa qabsoo Oromoo keessatti injifannoo olaanaa galmeessame kana dinqisiifatee, ummati Oromoo, keessayyuu atileetoti Oromoo marti qabsoo Oromootti …

Wayyaaneen Mootummaa Keenyaa waliin WBO Zoonii Kibbaa Loluuf bobbaatti Jirti.

$
0
0
(Oromedia, Nairobi, 21 Fulbaana 2016) Mootummaan Keenyaa Mootummaa Wayyaanee Abbaa Irree Tumsuun Qabsaawota Bilisummaa Adamsuun Gaafachiisaa Tahuu ABOn ibse. ABOn duula Wayyaaneen mootummaa Keenyaa waliin taúun WBO Zoonii Kibbaa iratti gaggeessaa jirtu ilaalchisuun ibsa Fulbaana 21 bara 2016 baaseen Wayyaanee/TPLF waggoota... Continue Reading →

ኦህዴድን የሚመራው ኦሮሞ ሳይሆን ኦሮምኛ ተናጋሪ ትግሬ ነው

$
0
0
(ክንፉ አሰፋ) ከምርጫው ጥቂት አስቀድሞ የወርቅነህ ገበየሁ አያት ስም ወልደኪዳን ነበር። የቀድሞ ወዳጄ ወርቅነህ የአያቱን ስም ከወልደኪዳን ወደ ነገዎ ለመቀየር የወሰደበት ግዜ እና ምክንያቱ አላስደነቀኝም። ይህንን የዘር ፖለቲካ ጨዋታ ጠንቅቆ የሚያውቀው ዶ/ር መረራ ጉዲናም የተቃዋሚ እጩ ተመራጭ ነበር። ከወራት በኋላ... Continue Reading →
Viewing all 321 articles
Browse latest View live