$ 0 0 ኦሮሚያ ክልል ውስጥ ሰሞኑን እየታየ ያለውን ያለመረጋጋት የቀሰቀሰው ተቃውሞ የሽብር አድራጎት ሳይሆን በሃገር ውስጥም ሆነ በዓለም አቀፍ ሕግጋት የተፈቀደ፣ መዘዞቹ ደግሞ በሕግ አግባብ ሊታዩ የሚችል የተቃውሞ አቀራረብና መብትም ነው ሲሉ የሕግ አስተማሪና ተመራማሪው አቶ ፀጋዬ ረጋሳ ሃራርሳ ከቪኦኤ ጋር ባደረጉት... Continue Reading →
$ 0 0 ከተስፋዬ ገብረአብ (Gadaa) አባይ ፀሃዬ ስልጣኑን ከመለስ ዜናዊ ከተረከበ ወዲህ የመጀመሪያው ከባድ ፈተና ገጥሞታል። ከሰላሳ ቀናት በፊት ጀልዱ በተባለች ትንሽ መንደር ላይ የተለኮሰው ቁጣ እና አመፅ መላ ኦሮሚያን አጥለቅልቆታል። ይህን ፅሁፍ ከማተሜ በፊትም አመፁ ከኦሮሚያ አልፎ ወደ ምእራብ ጎንደር የተስፋፋ... Continue Reading →
$ 0 0 ‹ኮማንድ ፖስት›› -የኦሮሚያ ክልል ፕሬዚዳንት አቶ ሙክታር ከድር፣ የኦሕዴድ ጽሕፈት ቤት ኃላፊ አቶ ዳባ ደበሌ፣ የክልሉ የፀጥታ ጉዳይ አመራሮች፣ እንዲሁም ከፌዴራል መንግሥት የፀጥታና የፖለቲካ አመራሮች ቡድን ስታዲየም አካባቢ በሚገኘው ኦሕዴድ ጽሕፈት ቤት ከትሟል፡፡ ‹‹ኮማንድ ፖስት›› በሚል ስያሜ የተቋቋመ ቡድን ችግሩ... Continue Reading →
$ 0 0 በጎንደር ጭልጋ አካባቢ ቅማንትና አማራ በሚል በተደራጁ ቡድኖች መካከል በተፈጠረ ግጭት በርካቶች ለሞት መዳረጋቸው የተገለፀ ሲሆን ነዋሪዎች በስጋት ከቤታቸው ሳይወጡ እንደሰነበቱ ምንጮች ገለፁ፡፡ ግጭቱ ስር የሰደደ እንደነበር የጠቆሙት የአካባቢው ምንጮቻችን፤ ከመስከረም ጀምሮ ተማሪዎች ትምህርታቸውን መከታተል እንዳልቻሉ፣ ከሳምንት በላይ ባስቆጠረው አደገኛ... Continue Reading →
$ 0 0 ትላንት በአ.አ ዩኒቨርሲቲ ተቃውሞ ተቀሰቀሰ መንግሥት በኦሮሚያ የተነሳውን መጠነ ሰፊ ተቃውሞ ለማርገብ ያልተመጣጠነ ኃይል ከመጠቀም እንዲቆጠብ አለማቀፍ የሰብአዊ መብት ተሟጋቾች ያሳሰቡ ሲሆን መንግሥት በበኩሉ፤ ሁኔታው ወደ ለየለት ሥርዓት አልበኝነት መቀየሩን ገልፆ ሁከቱን ለማስቆም የማያዳግም እርምጃ እንደሚወስድ አስጠንቅቋል፡፡ መድረክ ሰሞኑን ባወጣው... Continue Reading →
$ 0 0 (Oromedia, 22 Mudde 2015) Humni Addaa WBO Godina Baalee Mudde 18,2015 basaasotaa fi kaabinoota Onaa afur adabe. Dabballota harka mirgaa wayyaanee ta’an Abdurrahamaan H/Kaliil, Nugusee Girmaa, Damisee Tulluu fi Shimallis Tafarii jedhaman ergama wayyaanee fudhatanii FDG barattootnii fi ummatni finiinsaa... Continue Reading →
$ 0 0 (Oromedia, 6 Amajjii 62016)Humna Addaa WBO Oromiyaa Bahaa keessa socho’u tarkaanfii Amajjii 03, 2016 fudhateen basaasaa fi ika olaanaa mootummaa Wayyaanee ajjeessuu beeksise. Ajaji WBO Godina Bahaa akka beeksisetti Humni Addaa WBO Godina Bahaa Amajjii 03, 2016 magaalaa Harar keessaa bakka Dakkar... Continue Reading →
$ 0 0 (Oromedia, 11 Amajjii 2016) Dargaaggoo Abdataa Olaansaa kan kanaan dura Magaalaa Amboo keessaa humnoota tikaatiin ukkaamfame waláansa gahaa dhabuun mana hidhaatti boqote. Oduun Finfinnee nu gahe akka adeessutti, dargaggoo Abdataa Olaansaa Adoolessaa bara 2015 keessa magaala Amboo keessaa ukkaamfamee ture.... Continue Reading →
$ 0 0 (Oromedia, 14 Amajjii 2016) WBOn Zoonii Kibbaa Amajjii 13,2016 guyyaa kaleessaa Godina Booranaa Ona Dirree keessatti loltoota Wayyaanee haleeluun 15 ajjeesee, 7 immoo madeesse. Ajaji WBO Zoonii Kibbaa akka beeksisetti Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibbaa Amajjii 13,2016 Godina Booranaa Ona Dirree ganda Magaadoo keessatti waraana wayyaanee sochii... Continue Reading →
$ 0 0 Hawaasa Oromoo Melbourne keess ajiraatniif Dilbata, Amajjii 17 bara 2016 guyyaa yaadannoo dacha ture. Gama tokkoon guyyaa WBO yaadachuuf walgahan. Gama biraan immoo, ummata Oromoo harka duwwaa diina dura dhaabbachaa jiru yaadachuun dhimma yeroo ti. Galmi yaadannoo kanaaf qabame, alaabaa... Continue Reading →
$ 0 0 (Oromedia) Paarlaamaan Gamtaa Awurooppaa labsii 2016/2520 RSP baaseen ajjeechaan, hidhaan, ukkaamsaan fi lafaraa buqqisuun bal’inaan Oromoo irratti raawwatamaa jiru hatattamaan akka dhaabbatu gaafate. Labsii guyyaa kaleessaa baase kanaan, Paarlaamaan Awurooppaa, balaaleffanaa fi himannaa guddaa mootummaa Itoophiyaa irratti dhiyeesseera. Paarlaamaan Awurooppaa... Continue Reading →
$ 0 0 (Oromedia, 22 Amajjii 2016) Addi Bilisummaa Oromoo (ABOn) tarkaanfii hammeenyaa ilmaan Oromoo hiriira bahan irratti Wayyaaneen fudhatame mormuun murtii paarlaamaan Awrooppaa fudhate dhinqisiifate. ABOn Ibsa 22 Amajjii 2016 baase keessatti Ummanni Oromoo sirna cunqursaa jaarraa lakkoofsisetti xumura gochuudhaaf qabsoo olaanaatti akka jiru yaadachiise.... Continue Reading →
$ 0 0 (Oromedia, 24 Amajjii 2016) Dargaggooti Oromoo Giincii guyyaa wareegama Asachaaloo Warkuu Amajjii 24 bara 2016 yaadatan. Sirni yaadannoo kun gaara Cillimoo kan Oromiyaa Giddu gala, aanaa Dandii, Magaalaa Giincii cinatti argamu biratti godame. Sirna kana irratti argamuuf dargagooti fi ummati Oromoo... Continue Reading →
$ 0 0 (Oromedia, 25 Amajjii 2016) Godina Shawaa kibba lixa Aana Daawootti gaafa guyyaa 18/1/2016 polisoonnii aanaa ilmaan Oromoo 18 ta’an sababa diddaa Master plan kan hidhaman shororkeessummaan himatanii mana murtiitti dhiyeessan. Abbootin murtii himannaan kun itti dhiyaate garuu “nuti dhimma kana... Continue Reading →
$ 0 0 (Oromedia, 3 Guraandhala 2016, Oromiyaa) Sirni awwaalchaa Obboo Baqqalaa Mokonnon Wasanuu Oromiyaa, Salaalee keessatti raawwate. Baqqalaa Wassanuu (1930-2016) Buu’ureesitoota Waldaa Maccaa fi Tuulamaa keessaa tokko kan ta’an Obbo Baqqalaa Mokonnon Wasanuu dhalatanii woggaa 86-tti dilbata torban dabree – Amajjii 24,... Continue Reading →
$ 0 0 (Oromedia, 3 Guraandhala 2016, Ibsa Yaadannoo, Oromiyaa) Obb Baqqalaa Makonnin nama yeroo hamtuus ta’ee yeroo gaarii keessatti qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti qooda olaanaa gumaachaa turan ta’uu Addi Bilisummaa Oromoo ibse. ABOn ibsa gaddaa Guraandhala 3 bara 2016 baase keessatti, “Obbo... Continue Reading →
$ 0 0 (Oromedia, 5 Guraandhala 2016, Oromia) Mootummaan Wayyaanee dhaloota Qubee Egeree biyyaa ta’an hidhuu, baqachiisuu, fi ajjeesuun akeeka qaba. Akeekni duraa Oromiyaan hogganoota egeree jajjaboo fi ofitti amanumoo akka dhabduuf ta’uun ifaa dha. Kanaaf, ragaan tokko Dhaloota Qubee har’a manneen hidhaa... Continue Reading →
$ 0 0 (Oromedia, 8.02.2016, Begii, Oromia) Basaasoti fi Lukkeleen Wayyaanee ummata Begii fi Qondaalaa Hiraarsan Saaxilaman. Gabaasaan Oromedia odeeffannoo ummata irraa argateen qorannoo taasiseen kanneen yeroo ammaa Wayyaaneef lukkee taúun ummata Oromoo aanaalee Begii, Qondalaa fi naannoo san rakkisaa jiran adda baafateera.... Continue Reading →
$ 0 0 (Oromedia, 15 Guraandhala 2016, Finfinnee, Oromiyaa) Fiilmiiwwan, diraamaawwanii fi taphoota gaggabaaboo Afaan Oromoo irratti kan beekamu Artist Admaasuu Birhaanuu waggaa 60tti addunyaa kanarraa du’aan boqote. Bara 1956 godina Wallaaggaa lixaa aanaa Biilaa, ganda Qumbiitti kan dhalate Artisti Admaasuu Biraanuu, dhukkuba... Continue Reading →
$ 0 0 By Dajanee Guutamaa OROMOON ARTISTII GUDDAA DHABE: Admaasuu Biraanuu malee QOPHIIN DHANGAA Dhangaa hin fakkaatu ture! Bara 1994-95 ture hoggantoonni Televizyiniin Ethiopiasagantan bashannanaa Afaan Oromoo, Tigree fi Amaaraan hatattaaman akka eegalan kan ajajan. Afaan Amaaraa muuxannoo waggaa 36 waan qabuufi manneen... Continue Reading →